Public Telegram Archive
Channels About
User Info
Beka Getachew
ID 1009602182
Type user
First Name Beka
Last Name Getachew
First Seen 2026-01-09 22:23 UTC
Updated 2026-01-09 22:23 UTC
Statistics
Total Messages: 4
Active in: 1 channel(s)
Activity by Channel
Channel Messages First Last
CY Law, Visas, Taxes, Insurance
@cylaw
4 2025-12-24 14:33 UTC 2025-12-24 15:40 UTC
Recent Messages
CY Law, Visas, Taxes, Insurance 2025-12-24 15:40 UTC
Dhiifama!
Deebii gabaabdun barbaade?
CY Law, Visas, Taxes, Insurance 2025-12-24 15:26 UTC
Dhiifama guddaa waliin wantoota muraasan isin irraa hubachuu barbaade,1) haala ittiin gara insurance kaffalaatti dhufu, fkn bara darbee barataan ture, reefuun hojii dhuunfaan jalqabe, mana shayii.
2) namni hojii dhuunfa hojjetu osoo gara dhaabbata(waldaa insurance) tti hin dabalamiin akkamiin insurance fayyaas ta'e insurance biroo akkamiin kafala.
3) adeemsa (process )ittiin insurance fayyaati dabalamuu danda'u
4) Haala kaffaltii yeroo mirgaafi dirqamaa ilaalchisee
5) tajaajiloota insurance kennu
Irratti hubannoon barbaade.
CY Law, Visas, Taxes, Insurance 2025-12-24 14:46 UTC
Tole, oddeeffannoo nuuf kennitaniif guddaa galatoomaa!
Garuu Ani hojii dhuunfaan mana shayii badhadheen gibira mootummaa Fi mana kiraayii kaffaleen hojjechaa Jira. Haa ta'u malee minishoonni Ganda keenyaa 'insurance' fayyaaf fidaa jedhanii bifa dheekkamsaa fi sodaachisuun birri kuma tokkoo fi dhibba Shan kanfalaa naan jechuun na rakkisaa jiru haala kaffaltiin isaatu ifa naaf hin taaneefan isin irraan hubachuu barbaade. Maal naaf wayya?,haalli kaffaltii insurance fayyaaf karaa deemaa hundatu kanfala moo akkamiin kanfalaa?
CY Law, Visas, Taxes, Insurance 2025-12-24 14:33 UTC
Haala kaffaltii insurance ilaalchisee mirgaa fi dirqaa jiraataa tokkooseera fiqajeelfama jiru waarri hubattanii jirtan me nuuf qoodaa?